.

Ergama  komishiinichaa

Humna poolisii ga’umsaan hammayyaa’e, aantummaafi gartummaa uummataa qabuun uummata hirmaachisee, yakka ittisuufi qorachuun, ol’aantummaa heera mootummaafi seeraa kabajee kabachiisuun nageenyi itti fufiinsa qabu akka mirkanaa’u taasisuudha.

Mul’ata  komishiinichaa

Bara 2022 tti Poolisii Amanamummaa ummataa qabuun,hawaasa Gocha yakkaa Jibbee Ittisu Uumuun Naannoo Oromiyaa nagaa qabduufi misoomaaf mijatu uumuudha.

Toora Xiyyeeffannoo Komishiinichaa

Nagaafi Nageenya Naannichaa Mirkaneessuu   Ol’aantummaa Seeraa Mirkaneessuu

Duudhaalee

  • Ittigaafatamummaa;
  • Iftoomina;
  • Ol’aantummaa heeraa kabajuufi kabachiisuu;
  • Icciitii eeguu;
  • Qophaa’ina jijjiiramaa;
  • Kutannoon hojjachuu;
Go to top