.

Websaayitii Komishinii Poolisii Oromiyaa Eebbifamee

Websaayitii Komishinii Poolisii Oromiyaa Eebbifamee

Tajaajiila Keennuu Jalqabe

 Komishiiniin Poolisii Oromiyaa Tajaajila hojii Poolisummaa hawaasaaf kennaa jiru daran hammayyeessuuf Tibbana Web-Saayitii banatee eebbisiisuun Tajaajila kennuu jalqabeera. Weebsaayitiin deeskii odeeffannoo dhaabbataati. Kanaaf weebsaayitiin dhaabbata tokkoof baay’ee murteessaa dha. Odeeffannoo fi ragaa gahaa ta’e tokko qaamota dhimmi ilaaluuf dabarsuuf jiraachuun websaayitii gahee guddaa taphata.

Dabalata

Seenaa Gabaabaa Hundeeffama komishiinii Poolisii Oromiyaa

Seenaa Gabaabaa Hundeeffama komishiinii Poolisii Oromiyaa

Naannoon Oromiyaa naannoo Tigraayitiin alatti naannolee hafan hundumaa waliin kan wal-daangessitu yemmuu ta’u, bal’inni lafa ishee sikuwera kiloo meetira 363,136 kan ta’ee, naannoo uumamaan badhaatee fi jireenyaaf mijataa kan taate yemmu ta’u, godinaalee 20, bulchinsa Magaalaa 16, Aanolee 349 fi gandoota 7,262 tiin kan caaseffame akkasumas uummanni baay’inni isaa miliyoona 35 ol ta’u kan keessa jiraatudha. waa’ee naannoo keenyaa hagana erga jennee gara ijoo dubbii ka’umsa barreeffama keenya kanaatti waliin haaceenuu dubbisa gaarii! Dabalata

Hundeeffama Kolleejjii Poolisii Oromiyaa

Hundeeffama Kolleejjii Poolisii Oromiyaa

Sabaa fi sab-lammooni ummatoota biyya keenyaa sirnoota darban keessatti cunqursaa isarra gahaa jiru dhabamsisuuf qabsoo hadha’aa fi wareegama boonsaa kaffalaniin caasaan sirna abbaa irree dargiin caamsaa 20 bara 1983 xumura kufaatii isaa argatee biyya tokkummaa, wal-qixxummaa fi dimokiraasiin keessatti dagaaguu hunda’ee idilee hojii isaa yommuu jalqabu caaseeffamni mootummaa sadarkaa fedaraala fi naannootti qoodamuudhaan akka hundaa’u ta’eera. www.oromiapolicecollege.gov.et

Ergama komishiinichaa

Ergama komishiinichaa

Humna poolisii ga’umsaan hammayyaa’e, aantummaafi gartummaa uummataa qabuun uummata hirmaachisee, yakka ittisuufi qorachuun, ol’aantummaa heera mootummaafi seeraa kabajee kabachiisuun nageenyi itti fufiinsa qabu akka mirkanaa’u taasisuudha.Dabalata

Duub Deebii

Go to top